image
image
image
image

Bulchiinaa kutaa magaalaa lidataatti abbaa adeemsaa kan ta'an obboo Abarratiin sosochii n galmee barattoota bara 2018 sanada qophessuu fi dhiyeessuun marii bal'aan taasifameera.

ሰኔ 17, 2017
Bulchiinaa kutaa magaalaa lidataatti abbaa adeemsaa kan ta'an obboo Abarratiin sosochii n galmee barattoota bara 2018 sanada qophessuu fi dhiyeessuun marii bal'aan taasifameera. Akkasumas qindeessaa sirna barnootaafi ragaa kan ta'an obboo Gadaan galmee barattootaa irratti qaamni dhimmii ilaallatu hundi sadarkaa sadarkaan ciminaan hojjetamuu akka qabu dhaamaniiru, Bifuma walfakkaatuun Itti gaafatamaan waajjiraa barnoota Obboo Aseffaaniis karoora bal'isuun karoorfachuu fi Hojjechuun akka barbaachisaa ta'e dhaamaniiru.

መልዕክትዎን ይላኩ

ሌሎች ዜናዎች